The program outlines specific goals for different sectors of the country: Economic Strategy:
Paartichi walitti bu’iinsota adda addaa ittisuufi maqsuun, aadaa hawaasummaa keenya fayyadamee, hirmaannaa uummataatiin nageenya dhugaa mirkaneessuuf hojjeta. Ol’aantummaa seeraa kabachiisuun utubaa nageenyaati jedhee amana. sagantaa paartii badhaadhinaa pdf